Kabajamtoota Maamiltoota keenya

Leenjiin kun kan irraatti xiyyeeffatu Itti Fayyadama farra Keemikaloota Qonnaa fi Boqonnaawwan Gurguddoo sadii qabaa.

 

  • BOQONNAA 1: Itti Fayyadamaa Keemikaala fi Bulchiinsa Qorichaa
  • BOQONNAA 2: Saadakaa keemikaala fi Qajeelfaama keemikaala
  • BOQONNAA 3: Uffaata ittisaa Dhunfaa fi Eegumsaa Nannoorratti

Leenjii Gaarii!!

Course Type: Tutored