
Kabajamtoota Maamiltoota keenya
Leenjiin kun kan irraatti xiyyeeffatu Itti Fayyadama farra Keemikaloota Qonnaa fi Boqonnaawwan Gurguddoo sadii qabaa.
- BOQONNAA 1: Itti Fayyadamaa Keemikaala fi Bulchiinsa Qorichaa
- BOQONNAA 2: Saadakaa keemikaala fi Qajeelfaama keemikaala
- BOQONNAA 3: Uffaata ittisaa Dhunfaa fi Eegumsaa Nannoorratti
Leenjii Gaarii!!
Course Type: Tutored